Pirezidantiin chaayinaa Putiin irrattii dhiibbaa akka uumaan US dhaamte

Pirezidantiin chaayinaa Putiin irrattii dhiibbaa akka uumaan US dhaamte


pireesidantiin chaayinaa shi Jiinpiingi yakka waraana dhabamsiisuuf jecha  Preesidantii Raashiyaa Viiladmiir Putiin irratti dhiibbaa gochuu qabu jechuun US akeekkachiifte.
ERga waaraana Raashiyaa fi Yuukireenii yeroo jalqabaaf mooskoo daawwatan kan jiran pireesidanti Shii Jiinpiing Kibxata har'aa (Bitootessa 21, 2023 deebi'anii putiin arguun waliin dubbachaa jiru.
Dubbii himaan gorsaa  nageenyaa biyyaalessaa waayit haawus John Kirby, Aab Shii Jiinpiing giti isa kan raashiyaa loltoota isaa Yukireen keessaa akka bahu akka dhiibbaa uuman gaafatan.
dhukaasii akka dhabaatuu gochuu qoftii ga'aa mitii jedhan qondallii US kun.

Post a Comment

0 Comments